terrega Bu'uuraa- Math101 (1) Himoota armaan gaditti kennaman keessaa kanneen himama ta'anii fi hin taane erga addaan baafte booda kanneen himama ta'aniif gat-dhugooma isaanii kenni. (a) Harmeen too waan gaarii akka naaf hawwitu nan abdadha. (b) Iskuweeriin lakkoofsa lakkawwii kamiyyuu poozatiivii dha. (c) Atileetiin Faaxumaan dhalattee bultii 15 tti 20kg ulfaatte. (d) Umrii dheeraa siif hawwa. (e) Oromiyaan haa lalsitu! (f) Eessa deemaa jirta? (g) Bara 2030 Itoophiyaan qabeenyaa looniitiin Afrikaa keessaa 1 ni taati. (h) Intiijeeriin kamiiyyuu hiramaa 5 (i) x'n lakkoofsa kamiyyuu yoo ta'e,x2 2 (x √2)(x √2). (2) Mec 2 lakkoofsa guutuu P 13 haa ta'u. Kanneen armaan gadii himaan barreessi. (p^q) (3) Gat-dhugoomni q. fi r tartiibaan (duraa duubaan) dhugaa, soba fi dhugaa yoo ta'an, gat- dhugooma kanneen armaan gadii barbaadi. ¬(p^q)¬[¬p ¬(p¬r)] [p (pvq)] (pv¬r) (4) Faallessaa himamoota armaan gadii barreessi. рад Allaattiiwwan hundinuu kooluu ni qabu. (5) A (x Z/x i 2 3) yoo ta'e kanneen armaan gadii barbaadi. ​

Respuesta :